Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Education  
Homepage Home Page Students Page for Students Educators Page for Educators Business Page for Businesess Doners and Partners Page for Doners and Partners Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Barnoota sadarka ol’aana iddoo qabiyyee murteessaa

 

              Ka’umsa Oddeeffannoo

Bal’iin Itoopiya kan dhunfatuu sq km 1,133,380 yoo ta’uu fi bayy’iin uummata ishee tilmamaan gara mili’oona 80 fi bayy’iin namoota wagga waggan kan saffisuu 2.1% dha. Kara qonna dubaat afumadhan kan  qonnarra kan argamuu  galiin hireegiin isaa harka tokkodha arkaa lama kessa Itoophiya GDP, arkka pesenti 85 gara biyya alat ergiit persentiin 80 immoo bayy’iina mindeffamtootatidha.kara sekteera Indusritiin kan argamuu galiin 10% qofa yoo ta’uu GDP,15% kan biyy’aalt ergamuu fi mindeeffamtoon nannoo 2% qofadha kan huminnan bulan.  Guddin dinagdee jiddugaleessa gara 5% wagga waggan yeroo 1999/2000 hanga 2004/05(ministeera maallaqa fi guddina dinagiddee,2005).Guddina namoota akka barbaachisumma saatti kan sirraatu,jiddugaleessa kan galii kapitala kan dabaluu 2.1% qofadha. Caamsa amayya ,dabala uummata,busa fi HIV/AIDS kan fakatan rakkinooti gurguddoo biyyatidha kan yeroo kana nama muudatuu.

             Sekteera barnoota sadarka ol’aana

Brnoota haraa fi leenjjii imammata Itoophiya akaakuu filatamumma gudda babalisuu, sirifi barbachisa fi barnoota garii fi leenjii. Waggoota shanan darban keesaa ,babaliin barnoota bayyee babalata ture.Torba kan ta’aan universitii harawa barnoota ittii dabaludhan lama waggoota kurnan darban keessa fi kudha lama gara fuldurat itti dabaluudh kayeefamera. Ciimina kanan wagga waggadhan baratoota kan fudhatuu dandeetiin isa 3,000 waggoota kudhan dura,amma garuu 37,000 dha.dabalata kananbarnonin sadarka ol’aana kan uummata,sekteera dhunfa kan taphatan barnoota babalisuu fi lenjisuudha.yeroo kana persentii 24 baratoota sadrika ol’aana kan baratan mana barnoota dhaabbata sadarka ol’aanatiidha.Dhaabbata barnoota dhunfoota hirmana sharii huminna namoota baratanii omishuudhan barbachissa kan ta’ee kan guddina biyyaatifidha.

                 Barnoota sadarka ol’aana iddoo barbachisa ta’e


 Mootuumman Itoophiya,dhimmii isa waligla dandeetii huminna ijarsa kakasuu, innis adeemsa rawwii barnooota sadarka ol’aana saganta riformiitidha.dambii imammtaa akasumas kayyoo barbachisa  basuudha saganta barnoota sadarka ol’aanatiif,iddoo bilisa,barnoota sadarka ol’aana haala barbachisa(BSOHB),kun hundeeffamera.yeroo barnootiin sadarka hundeefamee bara 2003 irra kasee,kara mana mare seeran (kara barnoota sadarka ol’aana labsii),Boordii bulchinsoota,hoggansa ministeera barnoota,bara 2004 hundeeffame  kasee hanga ammat fi sirrii kan ta’ee BSOHB mala isa fi hojii waligalatidha.Iddoo kunis kan ittiin dursuu kara namoota baratan biyya baasuu issanis warra ulageekan gutaan bakka bu’aa hoggansa hanga Onkololeessa bara 2005 dha.

              Humamaa iddoo sana

Labsiin barnoota sadarka ol’aana kan hundeeffamee BSOHB “dhaabbata bilisa nammumma seera qabeessa “(baruu 86.1) nidha.Kun qulqullinan kan jeedhamuu,kan ittigaafatamumman isa mimisteeraf,garuu adda ba’eera irrat,ofiisatii kan murteessuu ittigafatammumma matasa humee,tajaajila seera sivlii ykn yookana hintanee kara labsii nannooleet.kunis kan kennuu BSOHB mirga kan agarsaisuu fi ilalcha isa kan ibsamuu omarratuu osoohinhuda’iin ykn lixiinsa isatiin.
Dabalata,
BSOHB  fi  stafii isa kan seera barbachiisa kan dabluu guddina garii fi senteera guddina kan fiduu ta’uu qaba.seerrii kunis ittgatammumma namoota ,foyya’iinsa fi ifaa fi tajajiila barbachisa kennuu,waligalteedhan warra abbaqabeenya fi hjii ademsistota wajjiin ta’uu qaba.

 

            Senteera bulchuuf’aangoon kan kennameef
Akaa labsii barnoota sadarka olaana  Itoophiyya,kayyoon BSOHB kun:Danbii mul’ta fi mala ittiin barnoota sadarka olaana waldorgoomii huminna nama biyyaa kan barbachisuu  akkasumas seera Imaamata fi waligala haala biyyaaleessa mootuuma gargaruuf waan sana ilalchisee,bilisa BSOHB,kan fayyadamin kara labsii barnoota sadarka olaana:

1.      Guddina dangessuudhaf,bifa haresuudhan fi caasaa haradhan ,kan sekteera barnoota Itoophiya sadarka olaana

2.      Gorsuudhaf kan biyyaaleessa banoota sadarka olaana mala bifa haradhan fi mala,fi danbii barnoota guddina sadarka olaana maleen kan sarara kayyoo guddina kan mootuuma.

3.      Danbii mala  isa basuudhan akka dandeetii barnoota sadarka  olaana mulisuudhaf guddin fedhii biyyaa gutuu

4.      Danbii mala  isa basuudhan akka walsimatuu kan biyya kessa wajjiin fi guddina biyyaleessa

5.      Qo’aana adeemsisuu fi proposal projekitii immammata fi shakaala barnoota sadarka olaana

                Haala seeraqa  beessa
 Mallii barnoota  sadarkaa olaana iddoo murtoo kan bliisa kuta  qaama kan ofiisa seera nammumma, ittigafatamumma ministeera barnoota karalabsii

© Mirga Warabbi Ministeera barumisa bara 2003
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa  |  Itigafatummaa murtesuu
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila