Ulageen tajajila argachuuf barbachisuu
· Sartifikatii barnoota
· Xalaaya gaaruumma nama.
· Xalaaya qulqullumma.
Tartiiba tajajila argatanin
1. Yoo carraan barumsa walaba kun kara ministeera barnoota tiin argamee,ragan barata hunidinuu,kan mallatefamuu abba dhiimmii ilalichisunidha kan dhabaticha fi hojjii geggeesadhan,isa booda gara ministeera barnootattii fi biro riformit ergamaa.
2. Yoo inni galma’uu iddoo sanatti argamudha baatee,bakka bu’aan isaa argamee ishe /innii humiinna bakka bu’uuma fi waraaqa agarisisuu qaba.
3. Yoo innii galama’uu sun argamudhabate,ragan isaa birootti ergamuu qaba.
4. Ragan isaas barnoota sadarka ol’aanatiin fi biro riformiitn madalama.