Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Education  
Homepage Home Page Students Page for Students Educators Page for Educators Business Page for Businesess Doners and Partners Page for Doners and Partners Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Srtifikattii barnootaf kan biyya alaat ergaman

 

 Ulageen tajajila ittiin argtanin

          ·         Xalaya kan  gaafi dhabata sartifikatii  barnoota.

          ·          Suura  sirrii pssportitin ta’ee gurra lachuu kan agasisuu fi  kan ji’aa darbee galmedhaf.

          ·         Yoo ishe/isa bakka bu’aa huminna warabb bakka bu’aa fi waraqaa eenyuuma.

                  Tartiba kan ittin tajajila argataan

1. Bifa galme guutuu.

2.Namoon dhimma galmee ilalichisuu cheki ykn mirkanesuu qabu.

3.Abban dh iimmi ilalichisuu mallatesuu qaba bifa fi gara biro mallaqa kanfaltuti erguudhan kafalamuuf qaba.

4.Tajajilarrat hunda’uudhan ,kanfalttin biroo malaqat rawachuu qaba.

5.kanfalltii  kanfalamef  gara biroo  risitiraitt agarsisee mirkannessuu qaba.

6.beelmin kan kennamuu biroo sanattidha.

7.Guyya  bellama  sartifikatiin  barnoota  kan kennamuuf waraqa  eenyuuma isa  agarsisudhan.

© Mirga Warabbi Ministeera barumisa bara 2003
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa  |  Itigafatummaa murtesuu
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila