Mul’ta ministeera barnoota
“barnoota qulquulluu argachuuf baratoon kuta gaadii anaa barnoota gahaa ta’ee kan argatan bara 2015 akasumas barumisa oguumma gaarii fi baasii siiridhan madaluu oguummaa barnoota fi namootin baratan bayyitti kessat gahee gudda tabatuu guddina biyyatiff fi mirigga ‘uummaata gudisuuf egsisuu akka dandamuuf.
Erga ministeera barnoota
“’oomisha lammi dhugomsudhaf seeran kan kabajamee fi isaan kanis mirgasani egsisudhaf ykn mirga namoota kankabajuu fi ittigafattuma lamumma gargarsa seeratin,dammaqinaan eeggachuu gahee qabachuu rakkinaa isaan hikuuf,isaans wara mirga sanii egisfachurrat hirmataan, guuddina dimokirasii fi siyyinsii fi tekinology guddinafidha.
faayidaa ministeera barnoota
-
Nu’i yeroo hundduma of kennuudhaf tattaaf guddaa gochu of guddisudhaf kanafuu nuti ogguumma gudda qabachuu qabinna gahee keenya galman ga’uudhaf.
-
Nu’i koreedhan gurmofinnee yohojjene akaakuu filatamummaa bal’iisuu fi barnoota fudhatama qabuu,akasumas adda dimokirasii seeran bal’isuudha.
-
Nu’i koreedhan gurmofinnee yohojjene akaakuu filatamummaa bal’iisuu kanafuu oguuma muxxannoo gudda argachuuf kayyodhan ga’uudha.
-
Nu’i yoshakale hojjii hojechuudh ogomuuma baranoota banttuu guddina biyyatidha.
-
Nu’i tookkumadhan yohojenne of jijirudhaaf dirqamoota uummaata abshalumadhan tajajiludhaa fi amala garii qabachuu barbachisa.