Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Education  
Homepage Home Page Students Page for Students Educators Page for Educators Business Page for Businesess Doners and Partners Page for Doners and Partners Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Statistiksi

  Shakala bareeda

 

Barnoota,hundde guddina 

Dinagiddee fi guddina haawaasa sabuuman kamiyuu kan hunda’uu baarnoota irratidha. Guuyoota Jarra afuur dura barnootn Itoophiya ,waga nannoo 1500 mani sagada kan qabaman  dhabata barnootanidha. Yata’uu male, barnootin Itoophiya kan ademsifamuu jijirama guddatuu jira jara 19ffa irra kasee sababin isas mootuuman kan hojjeetuu barnoota gaarii humeraa .

Barnoota Kan fudhatamamuu qabu kan jalaqabame bara 1908.  Sababnii kanas poolisii adeemisa sirrii hintane fi levlii barnoota sadarkaa gadi anaatdha yeroo barnoota biyyoota Afiricatiin madaluu, inis jijirama egamee fiduu  hindanda’uu .Namoon bayyeen kan ittiin waliigalan adeemisii barnoota rakkach akaakuuuu filatamummaa,bayyina,ga’umsa fi wajjin kan deemuu sababiinii isas rakina bantuu afuuridha.

Tookkofan, barnoota fi poolisi lenjii iddo bayyee waga kudhan kan irrat xiyefatuu atataman rakinan duwwa hikuu ,gufachisuurra bayina rakkinootarra levlii biyyolesarat.

 

Lamaffan, ijoloota-kesuma shamarrewan-nama isaan jajjabessuu kan hinqabinnee akka baratan hintasisan.

 

Sadaffa,ijaa dandettii isan addan basanii beekuu hindandenyef baratoota levil gara gara irrat ramaduu,bartoota yokn barsisoota ifa kanta’ee kayyoo dhabuurran kan ka’ee barachuus  ta’e barisisuun qulqulinna hinqabuu,ykn maliif

 

Afuraffa,lakofissii sabjectota kan barsifamuu lachuu sadarka barnoota gaadii anafi sadarikka ol’aana bayyee guuddadha(up to 15 in some cases), kunsi immoo bu’an isa barnoota bayyee caccabadha barbbachisa kan ta’e ‘oguumma siirii ta’e ,amala gaaarii ta’e fiduu hindandenye.

 

Sababinii isaatif fi bu’aa bayii kan biros, danbii barnoota kan bu’aa gumaachuu hindandenye rakina biyya hikuu  hindandauu, kanafuu barnootin yerosana  hirmaannaa barumsa dhaabiinsa ariifachisa.

 

Tilmaama walfakatuu kunis dhugadhugoomisudha dhabbata barnoota kan dabalataan. Kan biro barsisumman barnoota kan jalqabe waga shantameen darbedha,imaanaa kennuu  hojii humuu danda’u, rakkina hikuu fi lammoota ilalichisuudha.yata’uu malee dhugadhan injifachuu barnootin ol’aana kun bayyee fagodha kaka’uumisarra.kunis kesuma  dhugadha yeroo bara haile silasee 

Akakuun mootummaa yeroosana  Impirorii Haile silassie kan tayta isanirraa kan bu’aan bara 1974 , mannii barnoota elimenterin(1-6 )lakafissii isanii 2,754 fi bayyiin barnoota baara sana 859,831 dha.  Lakkofisii barnoota sadarka lamaffaa bar asana fi bayyin barnoota 420 fi 31,296 dha.yeroobara Dirgii barnoota bara1989/90 lakkoofsii baratoota elementary 2,855,800 dha. 

 Sababa poolisii qabsa’uuma watadaratin Dergii akaakuu mootummaa (sooshaalistii), ijoolen illee caarra barumsaa hinargatan turee kumootan kan laka’aman(if not millions), kana duwa miitii mannii barumsa lakkofisii bayyeen maancaaniruu sababa lolisatiin  innis immoo ka’uudhan nonnoolee gara gara biyya  kessattii  mannii barumissa iddo hundatti akka dhabatuu tasiseera. Amalli mootumma  Dariggii innii tookkoo yeroo gammachuun dabarsuu lolitota saraat,mana barnoota fi kitaboota gara gara babalisuura . yeroo bara 1987 fi 1991 giidduut,8.94% duwadha budgeeta kan qabsisuu barnootaf 

 

Erga mootumman Dargii kufe,bitoota kan angoorraa jiru partii, uummata Itoophiya Dimokiratik Fronti jijjiirama bu’uuraa (IDFJ)dabalatan biyya guuddisuu ,ijarsa arifachisa gara 1,500 mana barumsa harawan nannoo Afartii,Amhara,oromiyaa ,Somalia fi nannoolee Tigrayi ittdha. 

Waggoota sadii kessatt mannii barnoota elementary lakkoofisii sanii miliona kudhanii oliti kanta’uun dabaleera.

Akkuma arman gaaditt gabateedhan agarsfameti,bayyin baratoota kan irratii hiramatan hireegin walittqabadhan 4.2%.

Woggolii barumisa akka lakofissa Itoophiyati

Dhaabdata barnootaa

Bayyina baraattoota

magala

badiyya

Baay’ina waliitqaba

dhiira

dubartii

Baay’ina aliitqaba

1988

8,367

1,496

9,863

2,394,424

1,393,495

3,787,919

1989

8,815

1,579

10,394

2,842,391

1,625,903

4,468,294

1990

9,115

1,637

10,752

3,224,065

1,866,605

5,090,670

1991

9,404

1,647

11,051

3,544,323

2,157,910

5,702,233

1992

9,745

1,745

11,490

3,927,270

2,535,233

6,462,503

1993

9,987

1,793

11,780

4,416,189

2,985,284

7,401,473

1994

10,159

1,930

12,089

4,813,855

3,330,482

8,144,337

1995

10,473

1,998

12,471

5,142,922

3,600,343

8,743,265

1996

11,047

2,134

13,181

5,478,121

4,064,517

9,542,638

 

Waadaa  galudhaf galma’uu guddina  sekteera barnootaf,mootuumma Itoophiya bara 1993/94 beekisisuuf barnoota biyyoolessa fi poolisii lenjjii stratejii sutasuta ykn adeemmi keessaa injifannaa rakkinoota darban akaakuu filatamummaa,baay’na iddoo qophaa fi ga’umsa. 

Dursaan tookkoofa innduuraa nannichii poolisii guddina fi rawatama reformmii ,sadarka sadarkadhan bara 1994/5 irra kasee hanga 2002/2003,mana barumsa kuta gadii anaf mana barumsa kuta lamaffatidha.

 

Qaminnii riformii barnoota, stirategii harawa kan wamamuu 8-4 shakaluu ykn hojjechuu,innis kan beekamuu waga 8 fi waga 4 barnoota sadarka lammafatt.levelii lachuu kan hiramuu syykill-1ffa fi syykill lammaffa ttidha. 

Akka  Birhanu Alebachew jedhuutis,Itgafataman wallqunamitti uummata ministeera barnoota (MoE),ergga NETP kenamme booda,foyaa’uumsii kan jalqabuu barnoota qulqqla’ee ademsisuu fi kessumayuu arfanan isaa kan fakkenyaf,lakoofissi mana barumsa elementary kan ijaramee fi galmeeffam. Baroota darban waga kudhan (10)keesat  arka sadiin gudateera,gababiin guddina  garuu jaraa darbee kessatidha.

 

Gingoon barnooya lammaffa,kayyooinsa baratoota ooguumma gudhan ga’uudha fi fedhii guddisudha fi murtesuudha speshalizii kan ittigodhan, bu’aan isaas jijirama drmatik kan ta’e barnoota burqaa tekinika kan fidudha sekteera barnoota kessatii.Ijarsaa,bal’iisuu fi  irradebiudhan sireesuu mana barumsa, kunis sirritii bu’aa gudda qaba guddinaf.

 

Hirmannan baratoota mana barumsa sadarkaa lammaffa kun 6.6% bara 1994 hanga ammat 22% caala dabalera bara barnoota daarbaee akessat.

Guddini dinagidee gudina  nama ooguumma qabuu humudhaf dhiba  gudda niqaba. 

 

NETP dura bartoota 2368 duwwadha kan barumsa tekinikatiin lenjiiuu  knafis mana barmisa 14 idha mani barumisa baarnota tekinika waarii kennan mannii barumsoota. Yeroo amma kana garuu nannoole hundaratuu arnoon tekinika nikenama.bayyin dhabatoota lenjiin barumisa itkenamuu fi baratoon lenjiian yeroogaba kessatidha kan gudatee

 

Lenjii Vocational (Tekinka)

 

Woggolii barumisa akka lakofissa Itoophiyati

Bayyin dhabata barnoota

Bayyina baraattoota

dhiira

dubartii

Baay’ina waliitqaba

1987

17

2,209

425

2,634

1988

17

2,264

474

2,738

1989

17

2,509

415

2,924

1990

15

2,215

597

2,811

1991

17

2,649

725

3,374

1992

25

4,334

930

5,264

1993

2

3,382

779

4,564

1994

141

20,243

17,933

38,176

1995

153

37,377

34,785

72,162

1996

159

45,798

41,360

87,158

 

Bara darbee kessa,dhabatin barnoota ol’aanakan kennamuu xiyeeffanoo xiqaadha.Bal’iin dhabata barnoota fi qoophaiyna karrikulamii kan guddina biyya siyyasa fi dinagidee  Itoophiyya ilalichisuu mitti.karkkulamiin inni mofaan kan risarchii fi kaliqqaa gara gara poolisi kufedha.

Uma dhiyoo kanattii biyya kessa kan turee University lama qofadha.yeroo amma kana garuu gara university 21 dha. 

Woogota kurna darban kessa,fudhana baratota ykn gaara universitytitt darban ministeera barnoota jala kanjiran bayyinii isaan 3,000dha. Yeroo amma kana garuu bartoon university senanii 80,000dha. 

Tarkanfiin mootuumma irrattii fudhatamuu kan tokkumma jabasudha.


Akka obboo Birhanun jedhannittii,mootuumma tarsimoon barnoota sadarkaa ola’aana  kayyefate biyya kessat barnoota sadarka university udisudha.

 

Mootumman Itoophiya kan ittamanuu danddettii ijarsa fi bu’uura babalisuu foyyesuu fi admesaa guddina bablisuf saganta qabateera.inisi immoo kan naga’a ciimisuu fi kan miriga humata gudisudha.kunis kan irrat xiyyeefauu rakina uummataa kan balessuufi carra baruumisa amayyesuuf babalisuu,baay’ee barbaachisaa kan ta’ee gudina biyyatif kan fayyadudha.

 

© Mirga Warabbi Ministeera barumisa bara 2003
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa  |  Itigafatummaa murtesuu
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila