Barnoota ademissa namiin ittiin muxannoo kan guddifatudha, wanta haraa barbachaa,fi to’annaa qinda’ee wagoota bayedhaf, falmii jirenyaaf fi guddinaa,kan dhaloota. Barnootin dandeetii nama fi hawaasa akka nanoo isaa gudinaratii hirmatanf gudina adeemisa beekuumisa dandeetii, ‘oguumaa fi amaladha.
Kayyoon barnoota inijalqaba tokon tokon nama jabeesuu fi rakina hawaasa kan hikuu qabiyee,humina fi aadaa kan ka’uu bu’urii barnootadha fi sadarka hundarati.Banoon nama waan gara gara addaan basee ofeguu wanta garii fi waan yarat’ee tokkora ni dandesisaa fi akka idoo gaarii gahaan tasisaa. Innis kan gargaruu namini akka ogigiruu,akkaofgudisuu,fi nanoo isaa akka siressuu akka nannoo isa jijiruu siyyinsii fi tekinologiit fayadamee bu’aa hawaasaf akka busuu tasisa. Barnoon gahee gudda tabataa mirigaa nama egisisuudhaaf fi to’annaa dimokirasii,walqixumadhaf seera mijaa humuu ,hubanna fikan waliigaluu uummata gidduut.
Barnootiin dalaga addan nama basuu osoo hinta’iin; kan nama walittii fiidudha risarchii, shakaluu fi guddisuuf irattii hirmachuuf guddina nanna hawaasa itdha.guyya guyyan,guddinii biyya barumsan burjaajessuu rakk ina biyya kan hikuudha,dandeettii,kan yeroohunduma fi murtii qajeeltuu kennuu fi niandesisaa.kayyoon baruumsaa hubannaa hawaasa kan bal’iisuu fi ga’a akka hintanedha gara fuldurattii.Qabiyyee kan walfakkatuu dhabuu fi haala jiruu kan barumisaa baratoota guddisuu kesuuma bekkumsaa, dandeettii hubannaa fi jijirra dandettii levilidhaan , dandettin barumiisa rakkina bal’iinan kan hikuu fi amala,rakkina barumsa kan hikuudha.
Ga’aa kan hintanee ykn hirrinaa mesha barnoota, lenjjii barsisoota gaha ta’uu dhisuu isaa, dhibinaa kuraa barnoota ,haqina kitaba fimeshalee barnoota,kan kana fakatuu hundumituu hirinna barnoota kan agarisisuudha. Ifaa persentidhan hirmanna barumsa jalqaaba persentii 22% dha gadi umuri gahadha.
Lakofissii innii guddan kun kan itfuu mitii fi kan bakka bu’udha.dhabumisii waliigala isan gidduu jiruu bayyee gudadha.wallalumman rakkina gudadha uummataf .caaran barnoota sadarka lammaffa fi tekinika fi barnoota tekinika dhibadha magala guddoo kessatii barnootin sadaarika lamaffa bayyee nannolee murasa kesaa duwa jira.innis bayye dhibaf risarichiillee iddoo ittademisisan hinjiiruu.
Bu’urii misooma kan Barbbachisuuf barnoota ga’aa kennuuf mana barumsa mij’a ijarudhaf badiyya kessat nidandesisa,innis persentii harkaa dhibaa kessa sadetami shan kan ta’uudha, kunis immo gudinaa biyyarrat dhiba gudadhan nigaha. Ofittoo fi kan gatii hin qabne , haala rakkoo tokkorraa isa caalutti nama ceesisu guddin mootuumma Itoophiya charitii saraa guddin jalqabii burjaajessuudha.
Barnoota,bayyee barbachisadha guuddina namaaf,gudinna biyyaf bakka guudda kan qabuudha .jechuun,Education, ademsa garidhaf kan barbachisuu gudinaaf ademsa guudinaa fi haala alamii jijiruudha. Kanafuu, barnoota sadarka lammaffa fi poolisii lenjii humudha.poolsii marsuu waliitiqaba fi kayyoon murta’ee,stratagii rawatamma,seraqabesaa dabalate fi barnoota seera alaaa,’oolmaa daa’immanii iraa kasee hanga barnoota ol’aana fi barnoota adda ,inis kan irrat xiyeefatuu rakkina dhibba guddina dandetii hikuu fi ‘aadaa qabiye barnoota kessat ,caasa karikuulum fi kanfakatuu,argachuu irrat kan xiyefatuu bekumisssa saayinsaawaa hojeta.
kana wajiin ,inis kan ilaluu qabxii ijoo faayidaa qabeessa kan ta’e barnoota gidduut ,lenjii ,risarichii fi guddina ciminaa walittidhufenyatiin fi seera qabesa kan ta’an dhabbatoota dha.xumuri poolisicha caasa barnoota walqunamittii profile gudinna barnoota ,madaalii barnoota fi madalii, midiya fi instiraktion afaan barsisuu levilii gara garatiin ,filuu,leenjii,toofta, dhabata,ogumma seera qabeesa fi muxannoo gudina barsisootadha.
Kan galuuf karoora fuuldura fi fayadama seera qabeesa gargasa Tekinology barnoota ,meshalee,nannoo, dhabata fi bulchinsa akasumas cimimina barsisuma fi barnoota bal’anaa barnootafdha. Jijirama Diriirsuu ,sia’ina fi ‘ogumma kooridinetii ta’eerrat hirmachuun kan agarsisuu bulchinsa kabajama ta’e fi akkata bulchinsa barnootatidha.inis akka ibsameetii basin barnoota,ga’umsa fi barbaachisa beeksisa tokkuma fi barnoota walqixuma tasisudha.
Waliigalan, barnootin fi lenjiin poolisii tilmaamuu fi lammiilewan walittii fiduu akkata fakenya namoota ,ittiigafatuma namoota,fi bu’a dimomokiratik gudisudhaf barbachiisa kanta’e,humudhaf fi qabiyye dinqisisaa akka gudina ijaqabeesa ta’e fi fyidaa qabenya fi nannole gudisudhafidha. Bal’nan odeffanno sentery raga barnoota fi poolisii leenjii dubisuudha.