Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Education  
Homepage Home Page Students Page for Students Educators Page for Educators Business Page for Businesess Doners and Partners Page for Doners and Partners Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Ilalcha gababa sekteera barnoota

Barnoota amayyaa Itoophiya kessat kan beekame  jaraa isa darbee kessatiidha,barumsii fi lenjjiin kennamuu barnoota daarban kesaa waga dheera kan murta’ee dhiibaa garii  jireenya namoota raat fi guddina biyyalesaa tidha . Barnoota  kennamuu sii  kan rakkoo ouummata qotebultoota  hikuu mitii,pastoralisti, fi fooyaisa uummata bayyeetidha.

 Barnoota  amayya babalachuu kan jalqabee yeroo lachuu phasii jalqaba fi  tarsimoo isa caluu fi qindessuudha bara waga 1941, Barnootiin  kayoon innii jalqababa barnoota biyya Keniya gudisuuf huminaa nama baratee gudisuuf bulchnsaa garii humudha. Keessumaa bara 1941 boodaa ,bulchinsi innii guddaan warraa biyya ala bakka busuudhaf levelii garaa garaa biroo uummata Itoophiyatiin bakka busudha.yata’uu malee ,innii dhibaanii fi scaliin murita’adhan barnoota seera jalqabuudha,birokiratikiin kana boodaraan dhuufuu danda’uu,guddinaa kan ta’uu mitii. Sadarkaa murta’ee boda , fedhiin uummatiin baratoota bayyinanan mindeefamtoota motuumma sekurii gochuudha.brnoon mana barnoota ogumma murta’uu beeksisuudha. Lamaan isaniyuu barnoota sadarkaa lamaffa fi sadarkaa kollejii kan guddate bara 1950 fi 1960 tidha. Yeroon Barnoota  xiqqoo jijiruu lenjioota bifa ykn isaan gargaruu dhabuu siyykilii kan hunda’ee mindeffamtoota motuummaa fi guddinaa humnaa akka hojii humtoota sekteera dhunffaa tanifidhaa.

Gara caluuma,insimoo wagoota dheradhaf jedhama turee, ifaa kan ta’ee poolisiin barnoota dhabamuun isaa madaluu fi sera qabeesan kan ademsaa barnoota fi lenjiin osoo hinkenamiin turera Itoophiya kessat.dhuguman,kan walhinfakanee muxannoon walitiifidudhan walitidhufenya walhinfakannee addaan ba’uumsa kobumma milikitaa gadii senuumadhan yeroyeroon ademsa balisudha. Yata’uu malee bu’aan dhabumsa qulqulina fi milkaa’aa qajeelcha fi, rakinnii  walfakatuu kan hawaasa ejejii, bayoolin humatiin Itoophiya kan bu’aa fi bu’aa qabeessa barnoota amayyatidha .wagaa sadet ta’eera erga tranzithinonalii mootuummaa,kan turee fi hojii iraa olchuu bara 1994 barnoota haraa fi poolsii lenjjiitdha.

Himichii poolisii Yerosana jalqabee osoo hinbareesine akata ademisa sattii,yatawuu malee kan agarsisuu strategii caalisee duuwaa fi kayyoo couchidichaa qabiyyee afaan phrasii  gababadhan,arkaan qabuuf bayee rakkisadha muriteessa kan ta’ee sababa bu’uuraa.

Brnoota 1994 fi hima lenjii poolisii kunsii kan adda ta’e waliigala dhugatiidha. Dhuguuman, kan hin geenye hunduuma hojii isaa darbee dabaludhaf ittii gafatuumaa uummata kan poolisii baruumissa kan rakinicha baleesuudha. Dhumarrat, lakofisaa siirii fi lakofisaa siiri hin ta’needha yerodha gara yeerootii.

Barootiin kan uummata hundatiidha.Innis, kanafuu,   barbaachisaa kanta’ee baratoota,barsisotaf,matidhaaf fi waliigala uummata siiritt kan arkaan qabame dubbi ijoo poolisiidha.

© Mirga Warabbi Ministeera barumisa bara 2003
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa  |  Itigafatummaa murtesuu
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila