Embelem of Federal Democratic Republic of Ethiopia Official Portal of Ministry of Education  
Homepage Home Page Students Page for Students Educators Page for Educators Business Page for Businesess Doners and Partners Page for Doners and Partners Decrease font Increase font

 Gadi aanoota

 Raga barbaachisaa kan qabate

Raga  barbaachisaa  kan qabate

Itoophiya – seera barnoota

 

GARAGARUMA DHABATA BARNOOTA FI KAN BEEKAMAN

Dhabbata barnoota ol’aana:                                                  

  • Universitii
  • Dhaaba
  • Kolleejii
  • Universitii Kolleejii

Mana  barumsa gadhisuu fi beekumsa barnoota sadarka ol’aana :

  • Wligala qormata  Itoophiya sadarka lammaffa sartifikate gadhisuma.  
  • Lixinsaa qormata barnoota ol’aana Itoophiya. .
  • Diplomaa
  • Bachilor's Digrii
  • Doctoraa
  • Mastera  Digrii(digrii lamata)
  • Diplomaa kan addaa
  • Doctoratii


Caasa seera barnoota

Barnoota qopha’ina:

Turittii barnoota barabachiisa:

Wagan barnoota galan: 6

Wagan barnoota xuummuran: 14

Caasa seera mana barumsa:

Barnoota Kan dura

Manii baruumsa itti keenamuu:mana barumsa kan dura

Wogoota inni fudhatuu: 8

umurii jalqaba kasee hanga dhumatt: 6 hanga 14

Gingon jalqaba inni lammaffan

Manii barnoota it kenamuu: waligala mana barnoota sadarka lammafa

Wogoolen turtii: 2

Wogoolen jalqaba hanga dhummatii: 14 hanga 16

Seritifikate/diploma kan kenamuu:Certificate/diploma Wligala qormata  Itoophiya sadarka lammaffa sartifikate gadhisuma.   (QISLSG)

      Gingoo lamata sadarka lammaaffa

Barnootin mana barumisa kanattii: mana barnoota qopha’ina

Turittin saganta mana barumsichaa: 2

Levilin umurii baratoota: 16 hanga 18

     Saritafikattii/diploman kenammuu:  Lixinsaa qormaata barnoota ol’aana Itoophiya (LQBOI)

 

     Tekinikala

Manii barnoota it kenamuu: mana barnoota tekinika fi koleejji gadi anaa

Levilin umurii baratoota: 16 hanga 19

 

      Barnoota ogumma

 Manii barnoota it kenamuu:    mana   Barnoota ogumma fi kollejii jalqaba

Turittin saganta mana barumsichaa: 3

Levilin umurii baratoota: 16 hanga 19

 

Barnoota mana barumsa:

Akuuma caasa haraa seerii barnoota,barnoota sadarka gad’anna wagoota saddet darbaniif (umurii 6-14) fi   gingoo iddo lammat hirama:ijoo barnoota (kuta I-IV) fi barnoota waliigala (kuta V-VIII). Quxisuu ykn barnoota gad’aana yerodheradhaf jirachuu hindanda’uu, akka kuta VII and VIII  kun kutalee laman ol’aana gingoo lamata barnoota kuta gad’aanatidha.Barnootin kuta lammaffaa gingoo iddo lamat hirama.inni jalqaba (kuta IX and X) ykn waligala barnoota sadarka lammaaffa, fi gingo inni lamata  (kuta XI and XII) ykn barnoota qoophi’ana sadarka lammaffat.  Yerosana kasee reformiin,xuumura kuta saddeetii x kan durisuu sartifikati qoormata barnoota xumura  sadarka lammaaffat(ESLCE). Kan it tajajiluu dhuma kuuta XII tiitdha.gingoon inni lammata bartoota levili sadaarka ol’aanati darban qopheesudhaf ykn oguumma saani akka filatanifdha.filanoon isaan kan jiruu siyynsii fi siyynsii hawaasatiidha.dhuma gingoo kana irraat ,bartootin qormata dhuma dhabata barnoota sadarka ol’aananatiidha.barnoota tekinikatif barnoota oguumma  fi lenjii dhabata barnoota kan adda ba’ee barnoota iddileera seera fi bukke bukkedhan admisisuu  nidanda’ama.

Barnoota sadaaraka ol’aana:

Barnoon ol’aana kun kan kennamuu Universitidhan,university kollejii fi dhabata kan adda ta’eetiin. Innis kan itti gafatamuu ministeera barnootatindha. Quxisuu kollejii fi kolleji saganta diploma kennan hundinuu kan itti gafataman mootuumma nannolee fi fayyadamitoota dhunfatii.

Ijoo seera/labsii mootuumma  barnoota ol’aana :

  • labsii: seera mana mare ministeeroota kan waga: 2003
  • Ilaallata: basii hirmana barnoota sadarka universitii
  • labsii: seera mana mare ministeeroota kan bara waga: 1999
  • Ilaallata: Universitoota
  • labsii: seera mana mare ministeeroota kan waga lakf. 197/1994 bara waga:1994
  • Ilaallata: Bulchinsa dhabata barnoota  sadarka ol’aana nannoole .
  • labsii: seera mana mare ministeeroota kan waga Lakf. 113/1993 bara: 1993
  • Ilaallata: Universitii  Addis ababaa
  • labsii: labsii Lakf. 109 of 1977 Year: 1977
  • Ilaallata: Dhabata barnoota sadarka ol’aana.
  • labsii: labsii Lakf. 351/2003 Year: 2003
  • Ilaallata: Dhiimmaa Dhabata barnoota sadarka ol’aana 

 

Bara barnoota:

Kuta :fulba  iraa  hanaga  adoolesaa

Boqona dheera  adoolesa 8 hanga fulabana 11

 

Afaan barnoota: Afaan Inglizii

Sadarka barnoota:

Univerisity alaa barnoota sadarka lamaffa (barnoota tekinika/oguumma kan fakkatudha):

Barnoota universitii levilii alaa:

‘Oguumma baarnoota ol’aana fi barnoota tekinika kan kenamuu kolejii tekinika qonnaa,Ingineering fi dhabatoota barnoota teknoologii, fayya fi dhabatoota daldalati.corsoota kan darbe waga lama fi waga sad’ii giduu fi diploma duratidha.

 

Levilii barnoota universitii:

Levili univeristitin barnoon kennamuu inni jalqaba: Digirii bachilaritii.

Sadarka jalqabatiin univerisiti barnootin kenamuu levili inni duura digrii bachilartii  barnoon kunis kan baratamuu turuu waga sad’ii hanga waga afurti .qormatoon kan kennamuu dhuma samsteera irratidha.barnoota hakimii fi hakim dhukuba looni ,oguumman inmadaluu doktora. Kara hakimii fi hakim dhukuba looni , madaliin ‘oguummaa dokitera kan keenamu waga shani ol’iidha.

Levili Universitdhan sadarka lammata  :

 Digrii mastersii(digirii lamaffa);kan adda:

Sadarka inni lammaffa barnootin kennamuu mastersii yota’uu waga lama yota’uu naminni tokka kan barachuu danda’uu waga lama bodadha.  Kara hakimii fi hakim dhukuba looni Digrii kan adda kan kenamuu yoxiqate waga sad’ii bodadha garacaluma barachuudhaf Kara hakim(MD) fi hakim dhukuba looni(DVM)Digiridha..

Levili Universitii sadarka saddaffaa: Doktora philosophii:

 Doktora philosophii kan jedhamuu barnoota waga sad’ii kan qayabatedha mastersii digirii booda..

Barnoota barsisoota:

Lenjii barnoota dursa sadarka jalqaba fi kan jalqaba/barsisoota ijoo mana barumsa.  Brsisoota Gingoon mana barumsa jalqaba barnoota woga tokko kan baratanudha erga barnoota biyaaleesa kuta kudhan fudhatan booda ,kan gara dhabata lenjii barsiisoota itt baratani ba’anidha.Diplomaa kan kenamuu kolejii lenjii (TTC) isaan achiilenji’aan ba’an kunis kan barsisan gingoo lamata barnoota gadianatidha.

Lenjii barsisoota sadarka lammaffa.

Barsisoonii sadarka lammaffa digirii jalqaba yoxiqatedha. Isanis kan lenjifamaanFakultie barnoota Addis ababa univerisiti,universitii Bahir Dar, universitii haromayaa fi universitii kiba(dila),universitii jimma fi universitii maqale,kankeenan kan wogoota sad’iit korisii dursee barnoota bachilerii.barsisoota barnoota ‘oguumma kan hordofan wogoota sad’iif corsii digirii kan it baratan koleejji ‘oguummaa tekinika Nazirettidha.

Lenjii barsisoota sadarka lammaffa

Levilin barsisotaf/lenjiin staiif Mastersii fi  PhD kan kenamuu Addis ababa universitii Skuulil ‘eebbifamaatdha.barsisoon bayyoolin kan lenji’aan biyya alaa tidha. Universitii kiba fi Universitii haromaya yerookana kan lenjisan  yero kan lenjii sadarka masteris levili jalqabaniruu.kan biro barnootin sadarka dhabata ol’aana(Jimma, Mekelle) yero gababa kessat hojechuuf kayoo qabataniruu.

Barnoota idleen alaa kennamuu:

Barnoota fagoo sadarka ol’aana

Brnoota fagoo MBA Addis Ababa universitin nikkennama. levilii lenjjii diplomatinmmoo kankenamuu AddisAbaba kolejii daldalat, Bahirdar, Makalee, Jimma fi  Hawaasa.

Barnoota sadarka ol’aana yerodheera kennamuu

Sagantan barnoota ittfufinsa kan kenamuu dhabata barnoota sadarka hunddumat nikenama.bayyinan kan tajajilan baratoota fedhibarnoota qaban hundumaf barnoota idlee alaa(ykn yerohojii alaa) ykn barnoota saganta alkanitin nikennama yeroganna tutorial kenudhan fi kanfaltidhan kan baratamudha.

Qammolee Biyyaalessaa

Bulchinsa fi qniddesumma

Abba ademsisa:

Ministeera Brnoota

Durata’a: Ministeera

Biroo bulichinsa:hogana bakka bu’aa barnoota sadarka ol’aana

PO Box 1367
finfinne
Itoophiya

bilb: +251(1) 55-31-33 

      +251(1) 56-00-63

Lak.Fax: +251(1) 55-08-77 

       +251(1) 56-55-65

Lak.Telex: 21435

EMail: heardmoe@telecom.net.et



Galmaa’a barnoota sadarka ol’aanaa

Galmaa’a universitii kan hint’ane barnoota sadarka ol’aanaa

Brnoota sadarka lamaaffa  beekumsa barbachisuu: Sartifikate qormata gadi dhiisuu  sadarka lammaffa Itoophiya.

Galmaa’a barnoota levili universitii

Maqa barnoota sadarka lammaffa kan qabachuu qabuu:barnoota Itoophiya sadaarka lamaafa lixinsa qormata.

Darbudhaf qaphixin inni xiqan:darbudhaf subjektoota afurin C-livilidha.

Kan bira Galmaa’a kan barbachisuu:kan adda  baratoota shamareetif fi baratoot nannolee biyyafago/caara barnoota siiriit hinarganef godhama.

Galmaa’a baratoota biyya alatiif

Ibissa baratoota biyya alaa:Naminni galma’uu tokko dhabata barnoota sadarka lammaaffa biyya kessa inni/ eshiin jirata yota’uudhabate.

Safartun: mani barnoota odeffannoo qayabatuu Afrikadhaf(MBOQA) kan galmessan baratoota bahaara fi nannole kiba Afrikka tiidha..

Ulagee galmaa’a:Baratoon biyya alaa  dirqamadha saritifikate barnoota qabachuun dhabata barnoota ilalichisuun  . ulageen biyya alaa kan bekamuu qabuu sartifikati kuta banoota sadarka lammafatiin walqixa ta’uu qaba isanis:Sartifikate waligala universitii baranoota ;Q ormata  biyya alaa kan e Cambrijii;kan sartififkate  mana barumsa lixa Afirika fi qormata Oxfordii.Dipartmentiin  Barnootin sadarka ol’aana kun tasa waligala sartifikati  banoota sadarka lammafatiin waliqixa tokkootkotiin  ta’uu nidanda’a.baratootin biyya alaa basi isaan dana’achuu qabuu.

Seeri seenuma: Visas;  wabii basii. Dabalatan,baratoon biyya alaa hundinuu,dabala lammuma ECOWAS tiin.egumsa naga fi jirenya gochuu qaba mootuuman hanga biyya kessa  jiratannitt. Ulage fayy’uuma :baratootiin dirqamadha sartifkate fayy qabachuun

Ulageen afaanii: baratootin siiriti afaa  I nglizi beekuu qabuu hanga levili TOEFL

Galmaa’a tartiiba:

Galmaa’a dhabata barnoota seenuuf :Universitii /kollejjii

Galmaa’af:

Ministeera barnoota

PO Box 1367
finfinne
Itoophiya
bilb: +251(1) 553 133/ 560 063
Lak.Fax: +251(1) 565 565

Guyyan Dhuuma galmeeApplication:

Brnoota sadarka Universitif: adoolessa 1

Qayabana advansii/doktora: adoolessa 1

Beekuumsa qaybaanna fi dandeettii :

Hordofin qayyabana biyya dhalootati (ademsa beekuma/beekumsa gutuman gutu): Murtesitun  seneti universitii beekumsa argachuu,warri biyyan beekaman.ministeeri barnoota beekumsa dhabata barnoota ol’aana kan jalqabaf beekuumsa gutuman guutuu kenudh akkata isaan ulage barbachise ta’ee gutanin  irrat hunda’ee bekumsa kenaf. 

Hordoofin qayabanna biyyoota alaaf(qamoota dhiimii ilalichisuu wajjin dubachuudhan beekumsa kenna):

Barnoota sekteera ol’aana, ministeera barnoota

Itgafataman: Teshome Yizengaw, ministeera ittanaa barnoota ol’aana

Lak.sanduqa 1367
finfinne
Itoophiya
lak.bilb.: +251(1) 553 133/ 560 063
lak.Fax: +251(1) 550 877/ 550 299

Kan wajjiin dubatan gaafii beekumsa galmeedhaf: Universitii fi ‘oguumma.

Guyyee kan adda beekuumsaf:

Salphaan geessisuu universitii kan hintane sadarka lamaffadh ol’kanta’ee qayyabana. Fayadaminsas kan biyyaleessat.

Qayyabanna sadarka universitii Salphaan geessisuu :kan galmee biyyaleessa ,warra mana barumsa medikala senuuf.

Wabii odeffanoo gadi bu’iinsan galmee baratoota biyya alaa fi beekumsa qayyabanna .

mataduree: Brnoota sadarka lammaffa Itoophiya: dhugaf fi hireega

2000/2001

barressa:ministeera baarnoota 

Jirenya baratoota

Baasii baratoota malaqa fi gaargassa

Baasii baratoota:

Baasii baratoota: 10000 (qarshii Itoophiya)

Baasi mana jirenya: yoxiqate: 1200 (qarshii Itoophiya)

yobayyatee: 3000 (qarshii Itoophiya)

Baratoota biyya ala:baasii in guddan: 18000 (qarshii Itoophiya)

Baasin kan gargaramuu:

Scholarshipoota/grantoota/fellowshipoota:

Oguuma barnoota ol’aana/Barnoota tekinikaa:

mana: dhuga

kan alaa: dhuga

Digrii jalqaba barachuu:

mana: dhuga

kan alaa: dhuga

Advansii/doctoralii barachuu:

kan alaa: dhuga

kan alaa: dhuga

qamoole odeffanoo baasii baratootarat kennuu gargaruu

Biroo galmee university fi koleejjota

Wajjiin  dubachuu:  gargaarsa

Kuta carraa barumsa  walabaa ,barnoota sadarka ol’aana Dipartmenti qabeny huminna nama.

Lak. sanduqa posta 1367
finfinne
Itoophiya

Lak.bilib: +251(1) 55-31-33  +251(1) 56-55-32

Lak.Fax: +251(1) 55-08-77 +251(1) 56-55-65

Wajjiin  dubachuu:  gargaarsa

Grgaarsa uummata baratoota fi gargaarsa basii mallaqaPublications

matadure: dhuga fi hireega 2001/2002

barreesa: Minsteera barnoota

Matadure: Dhaaba odeffannaoo kitaba.

Tookkuuma adduunyalee fi walgeeddaru

Qamoole biyyalesa in guddan dirqamin isaani wajjin kan dubbatauu  tookuuma adduunyalee fi wageeddaru barnoota sadarka ol’aana:

Sekteera barnoota sadarka ol’aana,ministeea barnoota.

hoggana: Teshome Yizengaw, Minsteera Ita’naa barnoota sadarka  ol’aana

Lak. sanduqa posta 1367
finfinne
Itoophiya

Lak.bil: +251(1) 553 133/ 560 063

Lak.Fax: +251(1) 550 877/ 565 565

Dipartmenti qabenya nama,ministeera barnoota

hoggana: Yeromnesh Ayele, Department Head

Lak. sanduqa posta 1367
finfinne
Itoophiya

Lakf. bil: +251(1) 553 133/ 564 044
lakf.Fax: +251(1) 550 877/ 565 565

Adeemsa qaphixxi

Adeemsa qaphixxi mana barumsa sadarka  laammaffa

Ibsa waligala: 100-0

Skaalin innguddan: 100

Darbuu/levili kufee: 50

Skalin innxiqqa: 1

Adeemsa qaphixxi  murteessa kan fayadamuu dhabata barnoota sadrika ol’aanoota

Ibsa waligala: Innis A-F. Skaalin innguddan "A" fi Skalin innxiqqa "F". Darbuu/levili kufee Digrii jalqabaf "C", fi  Digrii lammatatif "B".

Skaalin innguddan: "A"

Darbuu/levili kufee: "C" (Digrii jalqabaf), "B" (Digrii lammatatif)

Skalin innxiqqa: "F"

Adeemsa qaphixxi murteesa kanbira

Qaphixiin yerotokko tokko 100 keessa qaphixiin innxiqaaan darbudhaf kan murteeffamuu 60 dha.

HUBACHISSA ADEEMSA BARNOOTA SADARKA OL’AANA

Baasii hirmanna barnoota sadarka ol’aana kan murtessee bara 2003/2004 kaseetidha. Innis kan hojjetamee hojii ebbiffmaat 

Data  bara barnoota: 2004-2005

madda: Ejeensii biyyalessa Itoophiya UNESCO, Finfinnee,2005

 

© Mirga Warabbi Ministeera barumisa bara 2003
Mirga sericha |  Itifayaduuma seraa  |  Itigafatummaa murtesuu
Qaqbumisaa |  Charteerii Maammila